Gosoota barnootaa baratte hunda keessaa 47 A+ kan hafan hunda ammoo 'A' fiduun xumurte. Qormaata kutaa 12 qabxii olaanaa fiduun harka pirezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa irraa ...