Kan Itoophiyaa gaggeessaa jiran, Ministirri Muummee Abiy Ahimed Saba Oromoo keessaa erga bahanii dargaggoonni Oromoo bosona jiraniifi ABO-WBOtti makaman maaliif har'as qabsoo hidhannoo gaggeessu? Ol ...
Mootummaafi WBO gidduutti mariin marsaa sadaffaa jiraachuu danda'a- Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) sanada marii kanaa duraa irratti mootummaan qopheessee dhiheesse isa xumuraa irratti waliigalee kan fudhatu yoo ta'e mariin marsaa sadaffaa gaggeeffamuu ni danda'a ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results